Suuratu 'Abasa Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu 'Abasa hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (42 Aayah — مكية). 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf.Suuratu 'Abasa Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
وَمَا يُدْرِيكَ لَعَلَّهُ يَزَّكَّىٰ ٣
📖 Hiikkaa
Aayah 3
Maaltu si beeksise? Qulqullaa’uun isaa ni kajeelama
وَمَا عَلَيْكَ أَلَّا يَزَّكَّىٰ ٧
📖 Hiikkaa
Aayah 7
Haala qulqullaauu dhiisuun isaa homaa sirra hin jirreen
مِنْ أَيِّ شَيْءٍ خَلَقَهُ ١٨
📖 Hiikkaa
Aayah 18
(Rabbiin) waan akkamii irraa isa uume? (hin xiinxaluu)
مِن نُّطْفَةٍ خَلَقَهُ فَقَدَّرَهُ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Bishaan saalaa irraa isa uumeeti, ergasii isa sirreesse
ثُمَّ السَّبِيلَ يَسَّرَهُ ٢٠
📖 Hiikkaa
Aayah 20
Ergasii karaa (inni ittiin dhalatu) isaaf laaffise
كَلَّا لَمَّا يَقْضِ مَا أَمَرَهُ ٢٣
📖 Hiikkaa
Aayah 23
Dhugumatti, (namni) waan Rabbiin isa ajaje ammallee hin raawwanne
يَوْمَ يَفِرُّ الْمَرْءُ مِنْ أَخِيهِ ٣٤
📖 Hiikkaa
Aayah 34
Guyyaa namni obboleessa isaa irraa dheessu
وَصَاحِبَتِهِ وَبَنِيهِ ٣٦
📖 Hiikkaa
Aayah 36
Niitii isaatiifi ijoollee isaa irraas (baqatu san dhufti)
لِكُلِّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ يَوْمَئِذٍ شَأْنٌ يُغْنِيهِ ٣٧
📖 Hiikkaa
Aayah 37
Nama Isaan irraa ta’e hundaaf guyyaa sana dhimma isa duroomsutu jira
وَوُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ عَلَيْهَا غَبَرَةٌ ٤٠
📖 Hiikkaa
Aayah 40
Fuulli gariin immoo guyyaa san dhukkeetu (quttootu) irra jira
أُولَٰئِكَ هُمُ الْكَفَرَةُ الْفَجَرَةُ ٤٢
📖 Hiikkaa
Aayah 42
Isaan sun warra Rabbitti kafaranii, balleessa hojjataniidha
Dubbisi Suuratu 'Abasa Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

