'Abasa · 26/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
ثُمَّ شَقَقْنَا الْأَرْضَ شَقًّا ۝٢٦
Thumma sha qaqnal-arda shaqqa
📖 Afaan Oromoon
Ergasii dachii dhodhoosiinsa dhodhoofne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 24-28 — 'Abasa

24فَلْيَنظُرِ الْإِنسَانُ إِلَىٰ طَعَامِهِ
Namni gara nyaata isaa haa ilaalu
25أَنَّا صَبَبْنَا الْمَاءَ صَبًّا
Nuti bishaan buusiinsa baay’inaan buufne
26ثُمَّ شَقَقْنَا الْأَرْضَ شَقًّا
Ergasii dachii dhodhoosiinsa dhodhoofne
27فَأَنبَتْنَا فِيهَا حَبًّا
Achumaan Ishee keessatti firii magarsine
28وَعِنَبًا وَقَضْبًا
Inabaafi margas
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 26

Suuratu 'Abasa Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii dachii dhodhoosiinsa dhodhoofne

Suuratu Aayah 26/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers