'Abasa · 12/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
فَمَن شَاءَ ذَكَرَهُ ۝١٢
Faman shaa a zakarah
📖 Afaan Oromoon
Nama fedhetu isa (Quraana) yaadata
🎧 Caqasi

📜 Aayah 10-14 — 'Abasa

10فَأَنتَ عَنْهُ تَلَهَّىٰ
Ati isa irraa dagatta
11كَلَّا إِنَّهَا تَذْكِرَةٌ
Dhorgami! Isheen gorsa
12فَمَن شَاءَ ذَكَرَهُ
Nama fedhetu isa (Quraana) yaadata
13فِي صُحُفٍ مُّكَرَّمَةٍ
Galmeewwan kabajamtuu keessa jira
14مَّرْفُوعَةٍ مُّطَهَّرَةٍ
Ol fuudhamtuu, qulqulleeffamtuu (keessa jira)
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 12

Suuratu 'Abasa Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama fedhetu isa (Quraana) yaadata

Suuratu Aayah 12/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers