'Abasa · 18/42
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu 'Abasa
مِنْ أَيِّ شَيْءٍ خَلَقَهُ ۝١٨
Min aiyyi shai-in Khalaq
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiin) waan akkamii irraa isa uume? (hin xiinxaluu)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 16-20 — Suuratu 'Abasa

16كِرَامٍ بَرَرَةٍ
Kabajamoo, ajajamtoota (harka jira)
17قُتِلَ الْإِنسَانُ مَا أَكْفَرَهُ
Namni abaarame! Sila maaltu isa kafarsiise
18مِنْ أَيِّ شَيْءٍ خَلَقَهُ
(Rabbiin) waan akkamii irraa isa uume? (hin xiinxaluu)
19مِن نُّطْفَةٍ خَلَقَهُ فَقَدَّرَهُ
Bishaan saalaa irraa isa uumeeti, ergasii isa sirreesse
20ثُمَّ السَّبِيلَ يَسَّرَهُ
Ergasii karaa (inni ittiin dhalatu) isaaf laaffise
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 18

Suuratu 'Abasa Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiin) waan akkamii irraa isa uume? (hin xiinxaluu)

Suuratu Aayah 18/42 — Suuratu 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu 'Abasa Caqasi, Suuratu 'Abasa Hiikkaa, Suuratu 'Abasa mp3, Suuratu 'Abasa pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers