'Abasa · 25/42
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu 'Abasa
أَنَّا صَبَبْنَا الْمَاءَ صَبًّا ۝٢٥
Anna sabab nalmaa-a sabba
📖 Afaan Oromoon
Nuti bishaan buusiinsa baay’inaan buufne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 23-27 — Suuratu 'Abasa

23كَلَّا لَمَّا يَقْضِ مَا أَمَرَهُ
Dhugumatti, (namni) waan Rabbiin isa ajaje ammallee hin raawwanne
24فَلْيَنظُرِ الْإِنسَانُ إِلَىٰ طَعَامِهِ
Namni gara nyaata isaa haa ilaalu
25أَنَّا صَبَبْنَا الْمَاءَ صَبًّا
Nuti bishaan buusiinsa baay’inaan buufne
26ثُمَّ شَقَقْنَا الْأَرْضَ شَقًّا
Ergasii dachii dhodhoosiinsa dhodhoofne
27فَأَنبَتْنَا فِيهَا حَبًّا
Achumaan Ishee keessatti firii magarsine
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 25

Suuratu 'Abasa Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti bishaan buusiinsa baay’inaan buufne

Suuratu Aayah 25/42 — Suuratu 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu 'Abasa Caqasi, Suuratu 'Abasa Hiikkaa, Suuratu 'Abasa mp3, Suuratu 'Abasa pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers