'Abasa · 35/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
وَأُمِّهِ وَأَبِيهِ ۝٣٥
Wa ummihee wa abeeh
📖 Afaan Oromoon
Haadha isaatiifi abbaa isaa irraas
🎧 Caqasi

📜 Aayah 33-37 — 'Abasa

33فَإِذَا جَاءَتِ الصَّاخَّةُ
Yeroo gurra duuchituun (Qiyaamaan)dhufte
34يَوْمَ يَفِرُّ الْمَرْءُ مِنْ أَخِيهِ
Guyyaa namni obboleessa isaa irraa dheessu
35وَأُمِّهِ وَأَبِيهِ
Haadha isaatiifi abbaa isaa irraas
36وَصَاحِبَتِهِ وَبَنِيهِ
Niitii isaatiifi ijoollee isaa irraas (baqatu san dhufti)
37لِكُلِّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ يَوْمَئِذٍ شَأْنٌ يُغْنِيهِ
Nama Isaan irraa ta’e hundaaf guyyaa sana dhimma isa duroomsutu jira
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 35

Suuratu 'Abasa Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haadha isaatiifi abbaa isaa irraas

Suuratu Aayah 35/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers