Suuratu At-Takwir Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu At-Takwir hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (29 Aayah — مكية). At-Takwir Caqasi, At-Takwir Hiikkaa, At-Takwir mp3, At-Takwir pdf.Suuratu At-Takwir Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
وَإِذَا الْعِشَارُ عُطِّلَتْ ٤
📖 Hiikkaa
Aayah 4
Yeroo gaalli rimaan baatii kudhanii dhiifamte (tiksitee malee hafte)
وَإِذَا الْبِحَارُ سُجِّرَتْ ٦
📖 Hiikkaa
Aayah 6
Yeroo galaanni qabsiifamte (akka ibiddaatti bobaan)
فَلَا أُقْسِمُ بِالْخُنَّسِ ١٥
📖 Hiikkaa
Aayah 15
(Urjiiwwan) guyyaa badanii halkan mulataniinin kakadha
إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Dhugumatti, inni (Quraanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati
ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي الْعَرْشِ مَكِينٍ ٢٠
📖 Hiikkaa
Aayah 20
(Ergamaa) abbaa humnaa tae, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu
مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ ٢١
📖 Hiikkaa
Aayah 21
Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan tae
وَلَقَدْ رَآهُ بِالْأُفُقِ الْمُبِينِ ٢٣
📖 Hiikkaa
Aayah 23
Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira
وَمَا هُوَ عَلَى الْغَيْبِ بِضَنِينٍ ٢٤
📖 Hiikkaa
Aayah 24
Inni (Nabiyyiin) beekumsa fagoo irratti donaa miti (hin dhoksu)
وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَيْطَانٍ رَّجِيمٍ ٢٥
📖 Hiikkaa
Aayah 25
Innis (Quraanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti
إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ ٢٧
📖 Hiikkaa
Aayah 27
Inni aalama hundaaf gorsa malee homaa miti
لِمَن شَاءَ مِنكُمْ أَن يَسْتَقِيمَ ٢٨
📖 Hiikkaa
Aayah 28
Nama isin irraa qajeeluma fedheef (gorsa taa)
وَمَا تَشَاءُونَ إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ رَبُّ الْعَالَمِينَ ٢٩
📖 Hiikkaa
Aayah 29
Yoo Rabbiin aalama hundaa fedhe malee isin homaa hin feetanu
Dubbisi Suuratu At-Takwir Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

