'Abasa · 11/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
كَلَّا إِنَّهَا تَذْكِرَةٌ ۝١١
Kalla innaha tazkirah
📖 Afaan Oromoon
Dhorgami! Isheen gorsa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 9-13 — 'Abasa

9وَهُوَ يَخْشَىٰ
Kan Rabbiin sodaatu ta’ee
10فَأَنتَ عَنْهُ تَلَهَّىٰ
Ati isa irraa dagatta
11كَلَّا إِنَّهَا تَذْكِرَةٌ
Dhorgami! Isheen gorsa
12فَمَن شَاءَ ذَكَرَهُ
Nama fedhetu isa (Quraana) yaadata
13فِي صُحُفٍ مُّكَرَّمَةٍ
Galmeewwan kabajamtuu keessa jira
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 11

Suuratu 'Abasa Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhorgami! Isheen gorsa

Suuratu Aayah 11/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers