'Abasa · 33/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
فَإِذَا جَاءَتِ الصَّاخَّةُ ۝٣٣
Faiza jaa-atis saakhah
📖 Afaan Oromoon
Yeroo gurra duuchituun (Qiyaamaan)dhufte
🎧 Caqasi

📜 Aayah 31-35 — 'Abasa

31وَفَاكِهَةً وَأَبًّا
Fuduraafi kaloo [akka nuti uumne haa ilaalu]
32مَّتَاعًا لَّكُمْ وَلِأَنْعَامِكُمْ
Isiniifi beylada keessanis qanansiisuuf
33فَإِذَا جَاءَتِ الصَّاخَّةُ
Yeroo gurra duuchituun (Qiyaamaan)dhufte
34يَوْمَ يَفِرُّ الْمَرْءُ مِنْ أَخِيهِ
Guyyaa namni obboleessa isaa irraa dheessu
35وَأُمِّهِ وَأَبِيهِ
Haadha isaatiifi abbaa isaa irraas
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 33

Suuratu 'Abasa Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo gurra duuchituun (Qiyaamaan)dhufte

Suuratu Aayah 33/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers