'Abasa · 6/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
فَأَنتَ لَهُ تَصَدَّىٰ ۝٦
Fa-anta lahu tasaddaa
📖 Afaan Oromoon
Ati [akka amananuuf jecha] gara isaa gara galta
🎧 Caqasi

📜 Aayah 4-8 — 'Abasa

4أَوْ يَذَّكَّرُ فَتَنفَعَهُ الذِّكْرَىٰ
Yookiin gorfameeti gorsi isa fayyaddi
5أَمَّا مَنِ اسْتَغْنَىٰ
Nama duroome immoo
6فَأَنتَ لَهُ تَصَدَّىٰ
Ati [akka amananuuf jecha] gara isaa gara galta
7وَمَا عَلَيْكَ أَلَّا يَزَّكَّىٰ
Haala qulqullaauu dhiisuun isaa homaa sirra hin jirreen
8وَأَمَّا مَن جَاءَكَ يَسْعَىٰ
Nama fiigaa sitti dhufe immoo
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 6

Suuratu 'Abasa Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ati [akka amananuuf jecha] gara isaa gara galta

Suuratu Aayah 6/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers