'Abasa · 27/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
فَأَنبَتْنَا فِيهَا حَبًّا ۝٢٧
Fa ambatna feeha habba
📖 Afaan Oromoon
Achumaan Ishee keessatti firii magarsine
🎧 Caqasi

📜 Aayah 25-29 — 'Abasa

25أَنَّا صَبَبْنَا الْمَاءَ صَبًّا
Nuti bishaan buusiinsa baay’inaan buufne
26ثُمَّ شَقَقْنَا الْأَرْضَ شَقًّا
Ergasii dachii dhodhoosiinsa dhodhoofne
27فَأَنبَتْنَا فِيهَا حَبًّا
Achumaan Ishee keessatti firii magarsine
28وَعِنَبًا وَقَضْبًا
Inabaafi margas
29وَزَيْتُونًا وَنَخْلًا
Zeytunaafi muka timiraas
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 27

Suuratu 'Abasa Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Achumaan Ishee keessatti firii magarsine

Suuratu Aayah 27/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers