'Abasa · 19/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
مِن نُّطْفَةٍ خَلَقَهُ فَقَدَّرَهُ ۝١٩
Min nutfah; khalaqahu faqad-darah
📖 Afaan Oromoon
Bishaan saalaa irraa isa uumeeti, ergasii isa sirreesse

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — 'Abasa

17قُتِلَ الْإِنسَانُ مَا أَكْفَرَهُ
Namni abaarame! Sila maaltu isa kafarsiise
18مِنْ أَيِّ شَيْءٍ خَلَقَهُ
(Rabbiin) waan akkamii irraa isa uume? (hin xiinxaluu)
19مِن نُّطْفَةٍ خَلَقَهُ فَقَدَّرَهُ
Bishaan saalaa irraa isa uumeeti, ergasii isa sirreesse
20ثُمَّ السَّبِيلَ يَسَّرَهُ
Ergasii karaa (inni ittiin dhalatu) isaaf laaffise
21ثُمَّ أَمَاتَهُ فَأَقْبَرَهُ
Ergasii isa ajjeeseti isa awwaalchise
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 19

Suuratu 'Abasa Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Bishaan saalaa irraa isa uumeeti, ergasii isa sirreesse

Suuratu Aayah 19/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers