'Abasa · 37/42
Hiikkaa Sagaleeffama — 'Abasa
لِكُلِّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ يَوْمَئِذٍ شَأْنٌ يُغْنِيهِ ۝٣٧
Likul limri-im-minuhm yaumaa-izin shaa nuy-yughneeh
📖 Afaan Oromoon
Nama Isaan irraa ta’e hundaaf guyyaa sana dhimma isa duroomsutu jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 35-39 — 'Abasa

35وَأُمِّهِ وَأَبِيهِ
Haadha isaatiifi abbaa isaa irraas
36وَصَاحِبَتِهِ وَبَنِيهِ
Niitii isaatiifi ijoollee isaa irraas (baqatu san dhufti)
37لِكُلِّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ يَوْمَئِذٍ شَأْنٌ يُغْنِيهِ
Nama Isaan irraa ta’e hundaaf guyyaa sana dhimma isa duroomsutu jira
38وُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ مُّسْفِرَةٌ
Fuulli gariin guyyaa san ni ifti
39ضَاحِكَةٌ مُّسْتَبْشِرَةٌ
Kolfituu, gammadduudha
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 37

Suuratu 'Abasa Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama Isaan irraa ta’e hundaaf guyyaa sana dhimma isa duroomsutu…

Suuratu Aayah 37/42 — 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: 'Abasa Caqasi, 'Abasa Hiikkaa, 'Abasa mp3, 'Abasa pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers