'Abasa · 17/42
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu 'Abasa
قُتِلَ الْإِنسَانُ مَا أَكْفَرَهُ ۝١٧
Qutilal-insanu maa akfarah
📖 Afaan Oromoon
Namni abaarame! Sila maaltu isa kafarsiise

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 15-19 — Suuratu 'Abasa

15بِأَيْدِي سَفَرَةٍ
Harka barressitootaa (maleykotaa) jira
16كِرَامٍ بَرَرَةٍ
Kabajamoo, ajajamtoota (harka jira)
17قُتِلَ الْإِنسَانُ مَا أَكْفَرَهُ
Namni abaarame! Sila maaltu isa kafarsiise
18مِنْ أَيِّ شَيْءٍ خَلَقَهُ
(Rabbiin) waan akkamii irraa isa uume? (hin xiinxaluu)
19مِن نُّطْفَةٍ خَلَقَهُ فَقَدَّرَهُ
Bishaan saalaa irraa isa uumeeti, ergasii isa sirreesse
'AbasaTarreeffama Qur'ana
42Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — 'Abasa 17

Suuratu 'Abasa Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni abaarame! Sila maaltu isa kafarsiise

Suuratu Aayah 17/42 — Suuratu 'Abasa عبس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu 'Abasa Caqasi, Suuratu 'Abasa Hiikkaa, Suuratu 'Abasa mp3, Suuratu 'Abasa pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers