Yasin · 4/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Yasin
عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ ۝٤
Alaa Siraatim Mustaqeem
📖 Afaan Oromoon
Karaa qajeelaa irra jirta
🎧 Caqasi

📜 Aayah 2-6 — Yasin

2وَالْقُرْآنِ الْحَكِيمِ
Qur’aana ogummaan guutameenin kakadha
3إِنَّكَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, ati ergamtoota irraayyi
4عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Karaa qajeelaa irra jirta
5تَنزِيلَ الْعَزِيزِ الرَّحِيمِ
Buusiinsa Rabbii injifataa, rahmata godhaa ta’e irraa (buufame)
6لِتُنذِرَ قَوْمًا مَّا أُنذِرَ آبَاؤُهُمْ فَهُمْ غَافِلُونَ
Ummata abbootiin isaanii hin akeekkachiifamin, kan dagatoo turan akka ittiin akeekkachiiftuuf (buufame)
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Yasin 4

Suuratu Yasin Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Karaa qajeelaa irra jirta

Suuratu Aayah 4/83 — Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yasin Caqasi, Yasin Hiikkaa, Yasin mp3, Yasin pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers