Yasin · 5/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yasin
تَنزِيلَ الْعَزِيزِ الرَّحِيمِ ۝٥
Tanzeelal `Azeezir Raheem
📖 Afaan Oromoon
Buusiinsa Rabbii injifataa, rahmata godhaa ta’e irraa (buufame)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Yasin

3إِنَّكَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, ati ergamtoota irraayyi
4عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Karaa qajeelaa irra jirta
5تَنزِيلَ الْعَزِيزِ الرَّحِيمِ
Buusiinsa Rabbii injifataa, rahmata godhaa ta’e irraa (buufame)
6لِتُنذِرَ قَوْمًا مَّا أُنذِرَ آبَاؤُهُمْ فَهُمْ غَافِلُونَ
Ummata abbootiin isaanii hin akeekkachiifamin, kan dagatoo turan akka ittiin akeekkachiiftuuf (buufame)
7لَقَدْ حَقَّ الْقَوْلُ عَلَىٰ أَكْثَرِهِمْ فَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Dhugumatti, irra hedduu isaanii jechi (adabbiin) irratti mirkanaa’era; kanaafuu isaan hin amananu
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Yasin 5

Suuratu Yasin Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Buusiinsa Rabbii injifataa, rahmata godhaa ta’e irraa (buufame)

Suuratu Aayah 5/83 — Suuratu Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yasin Caqasi, Suuratu Yasin Hiikkaa, Suuratu Yasin mp3, Suuratu Yasin pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers