Al-Ahqaf · 1/35
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ahqaf
حم ۝١
Haa-Meeeem
📖 Afaan Oromoon
Haa Miim
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-3 — Al-Ahqaf

1حم
Haa Miim
2تَنزِيلُ الْكِتَابِ مِنَ اللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ
Bu’iinsi Qur’aanaa Rabbii injifataa, ogeeysa ta’e irraayi
3مَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَأَجَلٍ مُّسَمًّى ۚ وَالَّذِينَ كَفَرُوا عَمَّا أُنذِرُوا مُعْرِضُونَ
Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jiranis dhugaafi yeroo beekamaa ta’eef malee hin uumneIsaan kafaran waan ittiin sodaachifaman irraa garagaloodha
Al-AhqafTarreeffama Qur'ana
35Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Ahqaf 1

Suuratu Al-Ahqaf Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haa Miim

Suuratu Aayah 1/35 — Al-Ahqaf الأحقاف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ahqaf Caqasi, Al-Ahqaf Hiikkaa, Al-Ahqaf mp3, Al-Ahqaf pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers