Al-Waqi'ah · 95/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ حَقُّ الْيَقِينِ ۝٩٥
Inna haaza lahuwa haqqul yaqeen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 93-96 — Suuratu Al-Waqi'ah

93فَنُزُلٌ مِّنْ حَمِيمٍ
Isaaf afeerraa bishaan danfaa irraa ta’etu jira
94وَتَصْلِيَةُ جَحِيمٍ
Jahiim seenuutu isaaf jira
95إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ حَقُّ الْيَقِينِ
Dhugumatti, inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha
96فَسَبِّحْ بِاسْمِ رَبِّكَ الْعَظِيمِ
Maqaa Gooftaa kee guddaa ta’ee faarsi (qulqulleessi)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
95Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 95

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 95 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha

Suuratu Aayah 95/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 93–96. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers