Al-Waqi'ah · 94/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
وَتَصْلِيَةُ جَحِيمٍ ۝٩٤
Wa tasliyatu jaheem
📖 Afaan Oromoon
Jahiim seenuutu isaaf jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 92-96 — Al-Waqi'ah

92وَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُكَذِّبِينَ الضَّالِّينَ
Yoo sobsiiftota jallattoota irraa ta’e immoo
93فَنُزُلٌ مِّنْ حَمِيمٍ
Isaaf afeerraa bishaan danfaa irraa ta’etu jira
94وَتَصْلِيَةُ جَحِيمٍ
Jahiim seenuutu isaaf jira
95إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ حَقُّ الْيَقِينِ
Dhugumatti, inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha
96فَسَبِّحْ بِاسْمِ رَبِّكَ الْعَظِيمِ
Maqaa Gooftaa kee guddaa ta’ee faarsi (qulqulleessi)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
94Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 94

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 94 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jahiim seenuutu isaaf jira

Suuratu Aayah 94/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 92–96. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers