Al-Jinn · 1/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Jinn
قُلْ أُوحِيَ إِلَيَّ أَنَّهُ اسْتَمَعَ نَفَرٌ مِّنَ الْجِنِّ فَقَالُوا إِنَّا سَمِعْنَا قُرْآنًا عَجَبًا ۝١
Qul oohiya ilaiya annna hustama`a nafarum minal jinnni faqaalooo innaa sami`naa quraanan `ajabaa
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad SAW!) Gareen jinnii irraa taan (Quraana) dhageeffatanii (akkana) jedhaniin wahyiin natti godhameera jedhi: “nuti dhugumatti, Quraana dinqisiisaa dhageenye

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-Jinn

1قُلْ أُوحِيَ إِلَيَّ أَنَّهُ اسْتَمَعَ نَفَرٌ مِّنَ الْجِنِّ فَقَالُوا إِنَّا سَمِعْنَا قُرْآنًا عَجَبًا
(Yaa Muhammad SAW!) Gareen jinnii irraa taan (Quraana) dhageeffatanii (akkana) jedhaniin wahyiin natti godhameera jedhi: “nuti dhugumatti, Quraana dinqisiisaa dhageenye
2يَهْدِي إِلَى الرُّشْدِ فَآمَنَّا بِهِ ۖ وَلَن نُّشْرِكَ بِرَبِّنَا أَحَدًا
[Inni] gara karaa sirriitti qajeelcha; kanaafuu, isatti amanneerraGooftaa keenyattis waan tokkollee hin qindeessinu
3وَأَنَّهُ تَعَالَىٰ جَدُّ رَبِّنَا مَا اتَّخَذَ صَاحِبَةً وَلَا وَلَدًا
Inumaa kabajaan Gooftaa keenyaa dhugumatti guddateera; niitiis taee ilmoo hin godhanne
Al-JinnTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Jinn 1

Suuratu Al-Jinn Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad SAW!) Gareen jinnii irraa taan (Quraana) dhageeffatanii (akkana)…

Suuratu Aayah 1/28 — Suuratu Al-Jinn الجن (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Jinn Caqasi, Suuratu Al-Jinn Hiikkaa, Suuratu Al-Jinn mp3, Suuratu Al-Jinn pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers