At-Tawbah · 64/129
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tawbah
يَحْذَرُ الْمُنَافِقُونَ أَن تُنَزَّلَ عَلَيْهِمْ سُورَةٌ تُنَبِّئُهُم بِمَا فِي قُلُوبِهِمْ ۚ قُلِ اسْتَهْزِئُوا إِنَّ اللَّهَ مُخْرِجٌ مَّا تَحْذَرُونَ ٦٤
Transliteration
Yahzarul munaafiqoona an tunaz zala `alaihim Sooratun tunabbi `uhum bimaa feequloobihim; qulistahzi`oo innal laaha mukhrijum maa tahzaroon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Munaafiqoonni suuraan waan onnee isaanii keessa jiru isaanitti odeessitu isaan irratti bu’uu sodaatuJedhiin: “qishnaa godhaaDhugumatti, Rabbiin waan isin sodaattan (ifa) baasaadha.”
🎧 Caqasi
📜 Aayah 62-66 — Suuratu At-Tawbah
62يَحْلِفُونَ بِاللَّهِ لَكُمْ لِيُرْضُوكُمْ وَاللَّهُ وَرَسُولُهُ أَحَقُّ أَن يُرْضُوهُ إِن كَانُوا مُؤْمِنِينَ
Isin gammachiisuf Rabbiin isiniif kakatu; yoo mu’uminoota ta’an Rabbiifi ergamaa Isaatu isaan isa gammachiisuu irra haqa godhata
63أَلَمْ يَعْلَمُوا أَنَّهُ مَن يُحَادِدِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ فَأَنَّ لَهُ نَارَ جَهَنَّمَ خَالِدًا فِيهَا ۚ ذَٰلِكَ الْخِزْيُ الْعَظِيمُ
Sila nama Rabbiifi ergamaa Isaa faallesse, dhugumatti ibidda jahannamtu ishee keessatti kan hafu ta’ee isaaf jira jechuu hin beeknee? Kun salphina guddaadha
64يَحْذَرُ الْمُنَافِقُونَ أَن تُنَزَّلَ عَلَيْهِمْ سُورَةٌ تُنَبِّئُهُم بِمَا فِي قُلُوبِهِمْ ۚ قُلِ اسْتَهْزِئُوا إِنَّ اللَّهَ مُخْرِجٌ مَّا تَحْذَرُونَ
Munaafiqoonni suuraan waan onnee isaanii keessa jiru isaanitti odeessitu isaan irratti bu’uu sodaatuJedhiin: “qishnaa godhaaDhugumatti, Rabbiin waan isin sodaattan (ifa) baasaadha.”
65وَلَئِن سَأَلْتَهُمْ لَيَقُولُنَّ إِنَّمَا كُنَّا نَخُوضُ وَنَلْعَبُ ۚ قُلْ أَبِاللَّهِ وَآيَاتِهِ وَرَسُولِهِ كُنتُمْ تَسْتَهْزِئُونَ
Dhugumatti odoo isaan gaafattee “Nuti haasawatti kan seennuufi kan taphannu qofa turre” jedhu“Sila Rabbitti, keeyyattoota Isaatiifi ergamaa Isaatti qishnaa gootuu? jedhiin
66لَا تَعْتَذِرُوا قَدْ كَفَرْتُم بَعْدَ إِيمَانِكُمْ ۚ إِن نَّعْفُ عَن طَائِفَةٍ مِّنكُمْ نُعَذِّبْ طَائِفَةً بِأَنَّهُمْ كَانُوا مُجْرِمِينَ
Rakkoo hin himatinaa! Dhugumatti isin erga amantanii booda kafartanii jirtuYoo garee isin irraa ta’eef irra dabarres, garee biraa immoo waan isaan yakkamtoota ta’aniif ni adabna
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
64Aayah
Hiikkaa — At-Tawbah 64
Suuratu At-Tawbah Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Munaafiqoonni suuraan waan onnee isaanii keessa jiru isaanitti odeessitu isaan…Suuratu Aayah 64/129 — Suuratu At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tawbah Caqasi, Suuratu At-Tawbah Hiikkaa, Suuratu At-Tawbah mp3, Suuratu At-Tawbah pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Monday, September 7, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







