Az-Zalzalah · 1/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zalzalah
إِذَا زُلْزِلَتِ الْأَرْضُ زِلْزَالَهَا ۝١
Izaa zul zilatil ardu zil zaalaha
📖 Afaan Oromoon
Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Az-Zalzalah

1إِذَا زُلْزِلَتِ الْأَرْضُ زِلْزَالَهَا
Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote
2وَأَخْرَجَتِ الْأَرْضُ أَثْقَالَهَا
Akkasumas, (yeroo) dachiin baaa ishee baafte
3وَقَالَ الْإِنسَانُ مَا لَهَا
Namni "sila isheen maal taate?" jedhe
Az-ZalzalahTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Az-Zalzalah 1

Suuratu Az-Zalzalah Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote

Suuratu Aayah 1/8 — Suuratu Az-Zalzalah الزلزلة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zalzalah Caqasi, Suuratu Az-Zalzalah Hiikkaa, Suuratu Az-Zalzalah mp3, Suuratu Az-Zalzalah pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers