Az-Zalzalah · 2/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zalzalah
وَأَخْرَجَتِ الْأَرْضُ أَثْقَالَهَا ۝٢
Wa akh rajatil ardu athqaalaha
📖 Afaan Oromoon
Akkasumas, (yeroo) dachiin baaa ishee baafte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Az-Zalzalah

1إِذَا زُلْزِلَتِ الْأَرْضُ زِلْزَالَهَا
Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote
2وَأَخْرَجَتِ الْأَرْضُ أَثْقَالَهَا
Akkasumas, (yeroo) dachiin baaa ishee baafte
3وَقَالَ الْإِنسَانُ مَا لَهَا
Namni "sila isheen maal taate?" jedhe
4يَوْمَئِذٍ تُحَدِّثُ أَخْبَارَهَا
Guyyaa san (dachiin) oduu ishee ni odeessiti
Az-ZalzalahTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MedinanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Az-Zalzalah 2

Suuratu Az-Zalzalah Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akkasumas, (yeroo) dachiin baaa ishee baafte

Suuratu Aayah 2/8 — Suuratu Az-Zalzalah الزلزلة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zalzalah Caqasi, Suuratu Az-Zalzalah Hiikkaa, Suuratu Az-Zalzalah mp3, Suuratu Az-Zalzalah pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers