Suuratu Az-Zalzalah Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Az-Zalzalah hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (8 Aayah — مدنية). Az-Zalzalah Caqasi, Az-Zalzalah Hiikkaa, Az-Zalzalah mp3, Az-Zalzalah pdf.

Suuratu Az-Zalzalah Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
إِذَا زُلْزِلَتِ الْأَرْضُ زِلْزَالَهَا ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote
وَأَخْرَجَتِ الْأَرْضُ أَثْقَالَهَا ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Akkasumas, (yeroo) dachiin baaa ishee baafte
وَقَالَ الْإِنسَانُ مَا لَهَا ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Namni "sila isheen maal taate?" jedhe
يَوْمَئِذٍ تُحَدِّثُ أَخْبَارَهَا ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Guyyaa san (dachiin) oduu ishee ni odeessiti
بِأَنَّ رَبَّكَ أَوْحَىٰ لَهَا ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
[Kunis] Waan Gooftaan kee isheetti beeksisa godheef
يَوْمَئِذٍ يَصْدُرُ النَّاسُ أَشْتَاتًا لِّيُرَوْا أَعْمَالَهُمْ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Guyyaa san namoonni hojii isaanii agarsiifamuuf jecha garee gareen (bakka dhaabbii irraa) deebi’u
فَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ خَيْرًا يَرَهُ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga
وَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ شَرًّا يَرَهُ ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Namni (hanga) madaala atomii hamtuu dalages isuma arga
← 98 Az-Zalzalah (99/114) 100 →
Dubbisi Suuratu Az-Zalzalah Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

99الزلزلة Az-Zalzalah 📚 8 Aayah مدنية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers