An-Nahl · 125/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
ادْعُ إِلَىٰ سَبِيلِ رَبِّكَ بِالْحِكْمَةِ وَالْمَوْعِظَةِ الْحَسَنَةِ ۖ وَجَادِلْهُم بِالَّتِي هِيَ أَحْسَنُ ۚ إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ ۖ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ ۝١٢٥
Ud`u ilaa sabeeli Rabbika bilhikmati walmaw `izatil hasanati wa jaadilhum billatee hiya ahsan; inna Rabbaka huwa a`almu biman dalla `an sabeelihee wa Huwa a`lamu bilmuhtadeen
📖 Afaan Oromoon
Gara karaa Gooftaa keetii ogummaafi gorsa bareedaan waamiIshee (falmii) irra gaarii taateen isaan falmiDhugumatti Gooftaan kee nama karaa Isaa irraa jallate ni beekaaInni qajeeltotas beekaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 123-127 — Suuratu An-Nahl

123ثُمَّ أَوْحَيْنَا إِلَيْكَ أَنِ اتَّبِعْ مِلَّةَ إِبْرَاهِيمَ حَنِيفًا ۖ وَمَا كَانَ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Ergasii “karaa Ibraahiim qajeelaa ta’e hordofaa” (jechuun) beeksisa gara keetti gooneInni (Ibraahiim) mushrikoota irraa hin taane
124إِنَّمَا جُعِلَ السَّبْتُ عَلَى الَّذِينَ اخْتَلَفُوا فِيهِ ۚ وَإِنَّ رَبَّكَ لَيَحْكُمُ بَيْنَهُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ فِيمَا كَانُوا فِيهِ يَخْتَلِفُونَ
Sanbatni (dhorgaa) kan godhame warruma isa keessatti wal dhaban qofa irrattiDhugumatti Gooftaan keetis guyyaa qiyaamaa waan isaan isa keessatti wal dhabaa turan gidduu isaanitti murtii kenna
125ادْعُ إِلَىٰ سَبِيلِ رَبِّكَ بِالْحِكْمَةِ وَالْمَوْعِظَةِ الْحَسَنَةِ ۖ وَجَادِلْهُم بِالَّتِي هِيَ أَحْسَنُ ۚ إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ ۖ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Gara karaa Gooftaa keetii ogummaafi gorsa bareedaan waamiIshee (falmii) irra gaarii taateen isaan falmiDhugumatti Gooftaan kee nama karaa Isaa irraa jallate ni beekaaInni qajeeltotas beekaadha
126وَإِنْ عَاقَبْتُمْ فَعَاقِبُوا بِمِثْلِ مَا عُوقِبْتُم بِهِ ۖ وَلَئِن صَبَرْتُمْ لَهُوَ خَيْرٌ لِّلصَّابِرِينَ
Yoo haaloo bahattan fakkaatuma waan miidhamtaniitiin bahadhaaYoo obsitan immoo obsitootaaf isatu caalaadha
127وَاصْبِرْ وَمَا صَبْرُكَ إِلَّا بِاللَّهِ ۚ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُ فِي ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ
Obsi; obsuun kee (si dandeessisuu) Rabbiitiin malee hin taaneIsaan irrattis hin gaddinTooftaa isaan baasan irraa dhiphina keessatti hin ta’in
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
125Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 125

Suuratu An-Nahl Aayah 125 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara karaa Gooftaa keetii ogummaafi gorsa bareedaan waamiIshee (falmii) irra…

Suuratu Aayah 125/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 123–127. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers