An-Nahl · 124/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
إِنَّمَا جُعِلَ السَّبْتُ عَلَى الَّذِينَ اخْتَلَفُوا فِيهِ ۚ وَإِنَّ رَبَّكَ لَيَحْكُمُ بَيْنَهُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ فِيمَا كَانُوا فِيهِ يَخْتَلِفُونَ ۝١٢٤
Innnamaa ju`ilas Sabtu `alal lazeenakhtalafoo feeh; wa inna Rabbaka la yahkumu bainahum Yawmal Qiyaamati feemaa kaanoo feehi yakhtalifoon
📖 Afaan Oromoon
Sanbatni (dhorgaa) kan godhame warruma isa keessatti wal dhaban qofa irrattiDhugumatti Gooftaan keetis guyyaa qiyaamaa waan isaan isa keessatti wal dhabaa turan gidduu isaanitti murtii kenna
🎧 Caqasi

📜 Aayah 122-126 — An-Nahl

122وَآتَيْنَاهُ فِي الدُّنْيَا حَسَنَةً ۖ وَإِنَّهُ فِي الْآخِرَةِ لَمِنَ الصَّالِحِينَ
Addunyaa keessattis toltuu isaaf kenninee jirraDhugumatti inni Aakhiraa keessattis gaggaarii irraayyi
123ثُمَّ أَوْحَيْنَا إِلَيْكَ أَنِ اتَّبِعْ مِلَّةَ إِبْرَاهِيمَ حَنِيفًا ۖ وَمَا كَانَ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Ergasii “karaa Ibraahiim qajeelaa ta’e hordofaa” (jechuun) beeksisa gara keetti gooneInni (Ibraahiim) mushrikoota irraa hin taane
124إِنَّمَا جُعِلَ السَّبْتُ عَلَى الَّذِينَ اخْتَلَفُوا فِيهِ ۚ وَإِنَّ رَبَّكَ لَيَحْكُمُ بَيْنَهُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ فِيمَا كَانُوا فِيهِ يَخْتَلِفُونَ
Sanbatni (dhorgaa) kan godhame warruma isa keessatti wal dhaban qofa irrattiDhugumatti Gooftaan keetis guyyaa qiyaamaa waan isaan isa keessatti wal dhabaa turan gidduu isaanitti murtii kenna
125ادْعُ إِلَىٰ سَبِيلِ رَبِّكَ بِالْحِكْمَةِ وَالْمَوْعِظَةِ الْحَسَنَةِ ۖ وَجَادِلْهُم بِالَّتِي هِيَ أَحْسَنُ ۚ إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ ۖ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Gara karaa Gooftaa keetii ogummaafi gorsa bareedaan waamiIshee (falmii) irra gaarii taateen isaan falmiDhugumatti Gooftaan kee nama karaa Isaa irraa jallate ni beekaaInni qajeeltotas beekaadha
126وَإِنْ عَاقَبْتُمْ فَعَاقِبُوا بِمِثْلِ مَا عُوقِبْتُم بِهِ ۖ وَلَئِن صَبَرْتُمْ لَهُوَ خَيْرٌ لِّلصَّابِرِينَ
Yoo haaloo bahattan fakkaatuma waan miidhamtaniitiin bahadhaaYoo obsitan immoo obsitootaaf isatu caalaadha
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
124Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 124

Suuratu An-Nahl Aayah 124 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sanbatni (dhorgaa) kan godhame warruma isa keessatti wal dhaban qofa…

Suuratu Aayah 124/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 122–126. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers