An-Nur · 52/64
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nur
وَمَن يُطِعِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ وَيَخْشَ اللَّهَ وَيَتَّقْهِ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْفَائِزُونَ ٥٢
Transliteration
Wa mai yuti`il laaha wa Rasoolahoo wa yakhshal laaha wa yattaqhi fa ulaaa`ika humul faaa`izoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Namni Allaahfi ergamaa Isaa tole jedhee, Allaaha sodaatee, Isas sodaate, isaan sun isaanumatu milkaa’oodha
🎧 Caqasi
📜 Aayah 50-54 — An-Nur
50أَفِي قُلُوبِهِم مَّرَضٌ أَمِ ارْتَابُوا أَمْ يَخَافُونَ أَن يَحِيفَ اللَّهُ عَلَيْهِمْ وَرَسُولُهُ ۚ بَلْ أُولَٰئِكَ هُمُ الظَّالِمُونَ
Sila onnee isaanii keessa dhukkubni jiramoo, Rabbiifi ergamaa Isaatu dabaan (haqa malee) isaan irratti murteessaa sodaatu? Lakkii; isaan isaanumatu miidha raawwattoota
51إِنَّمَا كَانَ قَوْلَ الْمُؤْمِنِينَ إِذَا دُعُوا إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ لِيَحْكُمَ بَيْنَهُمْ أَن يَقُولُوا سَمِعْنَا وَأَطَعْنَا ۚ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ
Jechi Mu’uminootaa yeroo akka gidduu isaaniitti murteessuuf gara Rabbiifi ergamaa isaatti waamaman “dhageenye; ajajamnes” jechuu qofaIsaan sun milkaa’oon isaanuma
52وَمَن يُطِعِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ وَيَخْشَ اللَّهَ وَيَتَّقْهِ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْفَائِزُونَ
Namni Allaahfi ergamaa Isaa tole jedhee, Allaaha sodaatee, Isas sodaate, isaan sun isaanumatu milkaa’oodha
53۞ وَأَقْسَمُوا بِاللَّهِ جَهْدَ أَيْمَانِهِمْ لَئِنْ أَمَرْتَهُمْ لَيَخْرُجُنَّ ۖ قُل لَّا تُقْسِمُوا ۖ طَاعَةٌ مَّعْرُوفَةٌ ۚ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا تَعْمَلُونَ
Yoo (duulaaf) bahuutti isaan ajajje, dhugumatti, akka ba’an kakuu isaanii cimaa Rabbiin kakatu“Hin kakatinaa, ajajamuu beekamaatu (isiniif caalaa dha)” jedhiinDhugumatti, Rabbiin waan isin dalagdan keessa beekaadha
54قُلْ أَطِيعُوا اللَّهَ وَأَطِيعُوا الرَّسُولَ ۖ فَإِن تَوَلَّوْا فَإِنَّمَا عَلَيْهِ مَا حُمِّلَ وَعَلَيْكُم مَّا حُمِّلْتُمْ ۖ وَإِن تُطِيعُوهُ تَهْتَدُوا ۚ وَمَا عَلَى الرَّسُولِ إِلَّا الْبَلَاغُ الْمُبِينُ
Jedhi: “Rabbiif ajajamaa; akkasuma ergamaafis ajajamaaYoo duubatti deebitan, kan isa irra jiru dirqama isa irra kaa’ame qofaIsin irras waanuma baachifamtan qofatu jiraYoo isaaf ajajamtan ni qajeeltuErgamaa irra kan jiru (itti kenname) ifaan ifatti geessuu qofa
An-NurTarreeffama Qur'ana
64Aayah
MedinanRevelation
52Aayah
Hiikkaa — An-Nur 52
Suuratu An-Nur Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni Allaahfi ergamaa Isaa tole jedhee, Allaaha sodaatee, Isas sodaate,…Suuratu Aayah 52/64 — An-Nur النور (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nur Caqasi, An-Nur Hiikkaa, An-Nur mp3, An-Nur pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








