Al-Jathiyah · 2/37
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Jathiyah
تَنزِيلُ الْكِتَابِ مِنَ اللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ ۝٢
Tanzeelul Kitaabi minal laahil `Azeezil Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Bu’iinsi Qur’aanaa Rabbii Injifataa, ogeessa ta’e irraayi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-4 — Al-Jathiyah

1حم
Haa Miim
2تَنزِيلُ الْكِتَابِ مِنَ اللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ
Bu’iinsi Qur’aanaa Rabbii Injifataa, ogeessa ta’e irraayi
3إِنَّ فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ لَآيَاتٍ لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, samiifi dachii keessa mu’uminootaaf mallattooleetu jira
4وَفِي خَلْقِكُمْ وَمَا يَبُثُّ مِن دَابَّةٍ آيَاتٌ لِّقَوْمٍ يُوقِنُونَ
Uumama keessaniifi lubbu qabeeyyii irraa waan Inni (Rabbiin dachii keessa) facaasu keessas namoota dhugaan amananiif raajiiwwantu jiru
Al-JathiyahTarreeffama Qur'ana
37Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Jathiyah 2

Suuratu Al-Jathiyah Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Bu’iinsi Qur’aanaa Rabbii Injifataa, ogeessa ta’e irraayi

Suuratu Aayah 2/37 — Al-Jathiyah الجاثية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Jathiyah Caqasi, Al-Jathiyah Hiikkaa, Al-Jathiyah mp3, Al-Jathiyah pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers