Al-Jathiyah · 3/37
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Jathiyah
إِنَّ فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ لَآيَاتٍ لِّلْمُؤْمِنِينَ ۝٣
Innaa fis samaawaati wal ardi la Aayaatil lilmu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, samiifi dachii keessa mu’uminootaaf mallattooleetu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Jathiyah

1حم
Haa Miim
2تَنزِيلُ الْكِتَابِ مِنَ اللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ
Bu’iinsi Qur’aanaa Rabbii Injifataa, ogeessa ta’e irraayi
3إِنَّ فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ لَآيَاتٍ لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, samiifi dachii keessa mu’uminootaaf mallattooleetu jira
4وَفِي خَلْقِكُمْ وَمَا يَبُثُّ مِن دَابَّةٍ آيَاتٌ لِّقَوْمٍ يُوقِنُونَ
Uumama keessaniifi lubbu qabeeyyii irraa waan Inni (Rabbiin dachii keessa) facaasu keessas namoota dhugaan amananiif raajiiwwantu jiru
5وَاخْتِلَافِ اللَّيْلِ وَالنَّهَارِ وَمَا أَنزَلَ اللَّهُ مِنَ السَّمَاءِ مِن رِّزْقٍ فَأَحْيَا بِهِ الْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَا وَتَصْرِيفِ الرِّيَاحِ آيَاتٌ لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ
Wal dhabuu halkanii, guyyaatiifi rooba irraa waan Rabbiin duumeessa irraa buusee, dachii eega goggogina isheetii ittiin magarseefi qilleensa gara gaggalchuu keessa warra xinxalaniif mallattooleen taatuudha
Al-JathiyahTarreeffama Qur'ana
37Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Jathiyah 3

Suuratu Al-Jathiyah Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, samiifi dachii keessa mu’uminootaaf mallattooleetu jira

Suuratu Aayah 3/37 — Suuratu Al-Jathiyah الجاثية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Jathiyah Caqasi, Suuratu Al-Jathiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Jathiyah mp3, Suuratu Al-Jathiyah pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers