At-Tur · 3/49
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tur
فِي رَقٍّ مَّنشُورٍ ۝٣
Fee raqqim manshoor
📖 Afaan Oromoon
Xalaayaa bal’ifamaa keessatti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-5 — At-Tur

1وَالطُّورِ
(Gaara) Xuuriin kakadhe
2وَكِتَابٍ مَّسْطُورٍ
Kitaaba barreeffamaanis
3فِي رَقٍّ مَّنشُورٍ
Xalaayaa bal’ifamaa keessatti
4وَالْبَيْتِ الْمَعْمُورِ
Mana jiraachifamaanis
5وَالسَّقْفِ الْمَرْفُوعِ
Ijoo (gombisaa) ol fuudhamaanis
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — At-Tur 3

Suuratu At-Tur Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Xalaayaa bal’ifamaa keessatti

Suuratu Aayah 3/49 — At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tur Caqasi, At-Tur Hiikkaa, At-Tur mp3, At-Tur pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers