Al-Waqi'ah · 77/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
إِنَّهُ لَقُرْآنٌ كَرِيمٌ ۝٧٧
Innahoo la quraanun kareem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, inni Qur’aana kabajamaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 75-79 — Al-Waqi'ah

75۞ فَلَا أُقْسِمُ بِمَوَاقِعِ النُّجُومِ
Seensa urjiiwwaniitiniin kakadha
76وَإِنَّهُ لَقَسَمٌ لَّوْ تَعْلَمُونَ عَظِيمٌ
Inni dhugumatti, odoo kan beektan ta’ee kakuu guddaadha
77إِنَّهُ لَقُرْآنٌ كَرِيمٌ
Dhugumatti, inni Qur’aana kabajamaadha
78فِي كِتَابٍ مَّكْنُونٍ
Kitaaba akkaan eegamaa (Lawhal Mahfuuz) keessa jira
79لَّا يَمَسُّهُ إِلَّا الْمُطَهَّرُونَ
Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
77Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 77

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 77 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, inni Qur’aana kabajamaadha

Suuratu Aayah 77/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 75–79. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers