Al-Waqi'ah · 76/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
وَإِنَّهُ لَقَسَمٌ لَّوْ تَعْلَمُونَ عَظِيمٌ ۝٧٦
Wa innahoo laqasamul lawta`lamoona`azeem
📖 Afaan Oromoon
Inni dhugumatti, odoo kan beektan ta’ee kakuu guddaadha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 74-78 — Suuratu Al-Waqi'ah

74فَسَبِّحْ بِاسْمِ رَبِّكَ الْعَظِيمِ
Maqaa Gooftaa kee Isa guddaa faarsi
75۞ فَلَا أُقْسِمُ بِمَوَاقِعِ النُّجُومِ
Seensa urjiiwwaniitiniin kakadha
76وَإِنَّهُ لَقَسَمٌ لَّوْ تَعْلَمُونَ عَظِيمٌ
Inni dhugumatti, odoo kan beektan ta’ee kakuu guddaadha
77إِنَّهُ لَقُرْآنٌ كَرِيمٌ
Dhugumatti, inni Qur’aana kabajamaadha
78فِي كِتَابٍ مَّكْنُونٍ
Kitaaba akkaan eegamaa (Lawhal Mahfuuz) keessa jira
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
76Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 76

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 76 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni dhugumatti, odoo kan beektan ta’ee kakuu guddaadha

Suuratu Aayah 76/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 74–78. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers