Al-Munafiqun · 1/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Munafiqun
إِذَا جَاءَكَ الْمُنَافِقُونَ قَالُوا نَشْهَدُ إِنَّكَ لَرَسُولُ اللَّهِ ۗ وَاللَّهُ يَعْلَمُ إِنَّكَ لَرَسُولُهُ وَاللَّهُ يَشْهَدُ إِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَكَاذِبُونَ ۝١
Izaa jaaa`akal munaafiqoona qaaloo nashhadu innaka la rasoolul laah; wallaahu ya`lamu innaka la rasooluhoo wallaahu yashhadu innal munaafiqeena lakaaziboon
📖 Afaan Oromoon
Munaafiqoonni yeroo sitti dhufan "ati Ergamaa Rabbii tauu kee ragaa baana" jedhuDhugumatti Rabbiin ati Ergamaa isaa tauu ni beekaMunaafiqoonni akkaan sobdoota tauu Rabbiin ragaa baa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-Munafiqun

1إِذَا جَاءَكَ الْمُنَافِقُونَ قَالُوا نَشْهَدُ إِنَّكَ لَرَسُولُ اللَّهِ ۗ وَاللَّهُ يَعْلَمُ إِنَّكَ لَرَسُولُهُ وَاللَّهُ يَشْهَدُ إِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَكَاذِبُونَ
Munaafiqoonni yeroo sitti dhufan "ati Ergamaa Rabbii tauu kee ragaa baana" jedhuDhugumatti Rabbiin ati Ergamaa isaa tauu ni beekaMunaafiqoonni akkaan sobdoota tauu Rabbiin ragaa baa
2اتَّخَذُوا أَيْمَانَهُمْ جُنَّةً فَصَدُّوا عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۚ إِنَّهُمْ سَاءَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Kakuu isaanii gaachana godhatanii karaa Rabbii irraa (namoota) deebisuIsaan dhugumatti wanti isaan dalagaa turan fokkate
3ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ آمَنُوا ثُمَّ كَفَرُوا فَطُبِعَ عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ فَهُمْ لَا يَفْقَهُونَ
Kunis sababa isaan amananii ergasii kafaraniifiWaan onnee isaanii irratti cufameef isaan hin hubatanu
Al-MunafiqunTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Munafiqun 1

Suuratu Al-Munafiqun Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Munaafiqoonni yeroo sitti dhufan "ati Ergamaa Rabbii tauu kee ragaa…

Suuratu Aayah 1/11 — Suuratu Al-Munafiqun المنافقون (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Munafiqun Caqasi, Suuratu Al-Munafiqun Hiikkaa, Suuratu Al-Munafiqun mp3, Suuratu Al-Munafiqun pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers