Al-Anfal · 1/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anfal
يَسْأَلُونَكَ عَنِ الْأَنفَالِ ۖ قُلِ الْأَنفَالُ لِلَّهِ وَالرَّسُولِ ۖ فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَصْلِحُوا ذَاتَ بَيْنِكُمْ ۖ وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَرَسُولَهُ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ ۝١
Yas`aloonaka `anil anfaali qulil anfaalu lillaahi war Rasooli fattaqul laaha wa ahlihoo zaata bainikum wa atee`ul laaha wa Rasoolahooo in kuntum mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Boojii irraa si gaafatu“Boojiin kan Rabbiifi ergamaa IsaatiKanaafuu Rabbiin sodaadhaaHariiroo gidduu keessan jirus tolchaaYoo mu’uminoota taatan Rabbiifi ergamaa Isaatiif ajajamaa” jedhi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-Anfal

1يَسْأَلُونَكَ عَنِ الْأَنفَالِ ۖ قُلِ الْأَنفَالُ لِلَّهِ وَالرَّسُولِ ۖ فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَصْلِحُوا ذَاتَ بَيْنِكُمْ ۖ وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَرَسُولَهُ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ
Boojii irraa si gaafatu“Boojiin kan Rabbiifi ergamaa IsaatiKanaafuu Rabbiin sodaadhaaHariiroo gidduu keessan jirus tolchaaYoo mu’uminoota taatan Rabbiifi ergamaa Isaatiif ajajamaa” jedhi
2إِنَّمَا الْمُؤْمِنُونَ الَّذِينَ إِذَا ذُكِرَ اللَّهُ وَجِلَتْ قُلُوبُهُمْ وَإِذَا تُلِيَتْ عَلَيْهِمْ آيَاتُهُ زَادَتْهُمْ إِيمَانًا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ
Mu’uminoonni (dhugaa) warra yeroo maqaan Rabbii dubbatamu onneen isaanii rifattu, kan yeroo keeyyatoonni Isaa isaan irratti dubbifamtu Iimaana isaaniif dabaltuufi Gooftaa isaanii irratti irkataniidha
3الَّذِينَ يُقِيمُونَ الصَّلَاةَ وَمِمَّا رَزَقْنَاهُمْ يُنفِقُونَ
Isaannan salaata seera ishee guutanii dhaabaniifi waan isaaniif kennine irraas kennitaniidha
Al-AnfalTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Anfal 1

Suuratu Al-Anfal Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Boojii irraa si gaafatu“Boojiin kan Rabbiifi ergamaa IsaatiKanaafuu Rabbiin sodaadhaaHariiroo…

Suuratu Aayah 1/75 — Suuratu Al-Anfal الأنفال (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anfal Caqasi, Suuratu Al-Anfal Hiikkaa, Suuratu Al-Anfal mp3, Suuratu Al-Anfal pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers