PDF —
9 Aayah Meccan PDF
Built right in your browser — download starts automatically

Suuratu Al-Humazah pdf — Buufi (Oromo)

Suuratu Al-Humazah pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Humazah Hiikkaa. Suuratu Al-Humazah (Meccan) 9 Aayah.

← Al-'AsrSuuratu Al-Humazah Al-Fil →


9 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﭢﭣﭤﭥﭦ
104:1 Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e
ﭧﭨﭩﭪﭫ
104:2 Isa qabeenya walitti qabee lakkaae
ﭬﭭﭮﭯﭰ
104:3 Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu
ﭱﭲﭳﭴﭵﭶ
104:4 Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira
ﭷﭸﭹﭺﭻ
104:5 Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise
ﭼﭽﭾﭿ
104:6 (Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha
ﮀﮁﮂﮃﮄ
104:7 Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha
ﮅﮆﮇﮈ
104:8 Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha
ﮉﮊﮋﮌ
104:9 Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama)

Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 9, 2026

Don't forget us in your sincere prayers