Suuratu Al-Muddaththir Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Muddaththir hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (56 Aayah — مكية). Al-Muddaththir Caqasi, Al-Muddaththir Hiikkaa, Al-Muddaththir mp3, Al-Muddaththir pdf.Suuratu Al-Muddaththir Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
ذَرْنِي وَمَنْ خَلَقْتُ وَحِيدًا ١١
📖 Hiikkaa
Aayah 11
Nama ani kophaa isa uumee wajjin (walitti) Na dhiisi
كَلَّا ۖ إِنَّهُ كَانَ لِآيَاتِنَا عَنِيدًا ١٦
📖 Hiikkaa
Aayah 16
Haa dhorgamu! Inni keeyyattoota Keenya mormaa ture
فَقَالَ إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ يُؤْثَرُ ٢٤
📖 Hiikkaa
Aayah 24
Ni jedhes: "(Quraanni) kun falfala (nama biraa) irraa waraabame qofa
وَمَا جَعَلْنَا أَصْحَابَ النَّارِ إِلَّا مَلَائِكَةً ۙ وَمَا جَعَلْنَا عِدَّتَهُمْ إِلَّا فِتْنَةً لِّلَّذِينَ كَفَرُوا لِيَسْتَيْقِنَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ وَيَزْدَادَ الَّذِينَ آمَنُوا إِيمَانًا ۙ وَلَا يَرْتَابَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ وَالْمُؤْمِنُونَ ۙ وَلِيَقُولَ الَّذِينَ فِي قُلُوبِهِم مَّرَضٌ وَالْكَافِرُونَ مَاذَا أَرَادَ اللَّهُ بِهَٰذَا مَثَلًا ۚ كَذَٰلِكَ يُضِلُّ اللَّهُ مَن يَشَاءُ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ ۚ وَمَا يَعْلَمُ جُنُودَ رَبِّكَ إِلَّا هُوَ ۚ وَمَا هِيَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْبَشَرِ ٣١
📖 Hiikkaa
Aayah 31
Eegdota Ibiddaas malaykota malee kan biraa hin gooneLakkoofsa isaaniis isaan kafaraniif qormaata, warri kitaaba kennaman akka mirkaneeffatan, warri amanan iimaana akka dabalatanuuf, warri kitaaba kennamaniifi muuminoonnis akka hin shakkinee,fi akka warri onnee isaanii keessa dhukkubni jiruufi kaafiroonni ‘Rabbiin (lakkoofsa) kanaan fakkeenya maalii fedhe’ jedhaniif malee kana hin gooneAkka kanatti Rabbiin nama fedhe jallisee nama fedhe immoo qajeelcha(Baayina) waraana Gooftaa keetiis Isa malee homtuu hin beekuIsheenis namaaf gorsa malee waan biraatii miti
إِنَّهَا لَإِحْدَى الْكُبَرِ ٣٥
📖 Hiikkaa
Aayah 35
Dhugumatti, isheen (saqar) tokkoo (rakkoolee) gurgurddooti
لِمَن شَاءَ مِنكُمْ أَن يَتَقَدَّمَ أَوْ يَتَأَخَّرَ ٣٧
📖 Hiikkaa
Aayah 37
Nama isin irraa (hojii gaariidhaan) fuulduratti deemuu, yookiin duubatti hafuu fedheef (akeekkachiistuu dha)
كُلُّ نَفْسٍ بِمَا كَسَبَتْ رَهِينَةٌ ٣٨
📖 Hiikkaa
Aayah 38
Lubbuun hundi waan hojjatteen qabamtuudha
مَا سَلَكَكُمْ فِي سَقَرَ ٤٢
📖 Hiikkaa
Aayah 42
Maaltu Saqariin keessa isin seensise?" (isaanin jedhu)
قَالُوا لَمْ نَكُ مِنَ الْمُصَلِّينَ ٤٣
📖 Hiikkaa
Aayah 43
Ni jedhan: "nuti warra salaatan irraa hin turre
وَكُنَّا نَخُوضُ مَعَ الْخَائِضِينَ ٤٥
📖 Hiikkaa
Aayah 45
Warra (hamtuu) keessa seenuu wajjin seenaa turre
حَتَّىٰ أَتَانَا الْيَقِينُ ٤٧
📖 Hiikkaa
Aayah 47
Hanga (duuti) mirkanaayaan nutti dhufutti (haala kana irra turre)" (jedhu)
فَمَا تَنفَعُهُمْ شَفَاعَةُ الشَّافِعِينَ ٤٨
📖 Hiikkaa
Aayah 48
Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu
فَمَا لَهُمْ عَنِ التَّذْكِرَةِ مُعْرِضِينَ ٤٩
📖 Hiikkaa
Aayah 49
Maaltu isaaniif jiraayi gorsa (Quraanaa) irraa gara galoo tau
كَأَنَّهُمْ حُمُرٌ مُّسْتَنفِرَةٌ ٥٠
📖 Hiikkaa
Aayah 50
(Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu
بَلْ يُرِيدُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُؤْتَىٰ صُحُفًا مُّنَشَّرَةً ٥٢
📖 Hiikkaa
Aayah 52
Inumaa namni isaan irraa tae hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha
كَلَّا ۖ بَل لَّا يَخَافُونَ الْآخِرَةَ ٥٣
📖 Hiikkaa
Aayah 53
Dhugumatti, (hin kennamanu) isaan Aakhirumaayyuu hin sodaatanu
وَمَا يَذْكُرُونَ إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ ۚ هُوَ أَهْلُ التَّقْوَىٰ وَأَهْلُ الْمَغْفِرَةِ ٥٦
📖 Hiikkaa
Aayah 56
Yoo Rabbiin fedhe malee hin gorfamanuInni (Rabbiin) kan sodaatamuu haqa godhatuufi Abbaa Araaramaati
Dubbisi Suuratu Al-Muddaththir Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

