Al-Muddaththir · 38/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
كُلُّ نَفْسٍ بِمَا كَسَبَتْ رَهِينَةٌ ۝٣٨
Kullu nafsim bim kasabat raheenah
📖 Afaan Oromoon
Lubbuun hundi waan hojjatteen qabamtuudha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 36-40 — Suuratu Al-Muddaththir

36نَذِيرًا لِّلْبَشَرِ
Namaaf akeekkachiiftuudha
37لِمَن شَاءَ مِنكُمْ أَن يَتَقَدَّمَ أَوْ يَتَأَخَّرَ
Nama isin irraa (hojii gaariidhaan) fuulduratti deemuu, yookiin duubatti hafuu fedheef (akeekkachiistuu dha)
38كُلُّ نَفْسٍ بِمَا كَسَبَتْ رَهِينَةٌ
Lubbuun hundi waan hojjatteen qabamtuudha
39إِلَّا أَصْحَابَ الْيَمِينِ
Warra mirgaa malee
40فِي جَنَّاتٍ يَتَسَاءَلُونَ
(Isaan) jannata keessatti wal gaggaafatu
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 38

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Lubbuun hundi waan hojjatteen qabamtuudha

Suuratu Aayah 38/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers