Al-Muddaththir · 32/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
كَلَّا وَالْقَمَرِ ۝٣٢
Kallaa walqamar
📖 Afaan Oromoon
Haa dhorgamu! Jiattin kakadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Al-Muddaththir

30عَلَيْهَا تِسْعَةَ عَشَرَ
Ishee irra (waardiyyaa) kudha sagaltu jira
31وَمَا جَعَلْنَا أَصْحَابَ النَّارِ إِلَّا مَلَائِكَةً ۙ وَمَا جَعَلْنَا عِدَّتَهُمْ إِلَّا فِتْنَةً لِّلَّذِينَ كَفَرُوا لِيَسْتَيْقِنَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ وَيَزْدَادَ الَّذِينَ آمَنُوا إِيمَانًا ۙ وَلَا يَرْتَابَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ وَالْمُؤْمِنُونَ ۙ وَلِيَقُولَ الَّذِينَ فِي قُلُوبِهِم مَّرَضٌ وَالْكَافِرُونَ مَاذَا أَرَادَ اللَّهُ بِهَٰذَا مَثَلًا ۚ كَذَٰلِكَ يُضِلُّ اللَّهُ مَن يَشَاءُ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ ۚ وَمَا يَعْلَمُ جُنُودَ رَبِّكَ إِلَّا هُوَ ۚ وَمَا هِيَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْبَشَرِ
Eegdota Ibiddaas malaykota malee kan biraa hin gooneLakkoofsa isaaniis isaan kafaraniif qormaata, warri kitaaba kennaman akka mirkaneeffatan, warri amanan iimaana akka dabalatanuuf, warri kitaaba kennamaniifi muuminoonnis akka hin shakkinee,fi akka warri onnee isaanii keessa dhukkubni jiruufi kaafiroonni ‘Rabbiin (lakkoofsa) kanaan fakkeenya maalii fedhe’ jedhaniif malee kana hin gooneAkka kanatti Rabbiin nama fedhe jallisee nama fedhe immoo qajeelcha(Baayina) waraana Gooftaa keetiis Isa malee homtuu hin beekuIsheenis namaaf gorsa malee waan biraatii miti
32كَلَّا وَالْقَمَرِ
Haa dhorgamu! Jiattin kakadha
33وَاللَّيْلِ إِذْ أَدْبَرَ
Halkaniinis; yeroo inni deeme
34وَالصُّبْحِ إِذَا أَسْفَرَ
Bariidhaanis yeroo inni ife
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 32

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haa dhorgamu! Jiattin kakadha

Suuratu Aayah 32/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers