Al-Muddaththir · 33/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
وَاللَّيْلِ إِذْ أَدْبَرَ ۝٣٣
Wallaili adbar
📖 Afaan Oromoon
Halkaniinis; yeroo inni deeme

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Al-Muddaththir

31وَمَا جَعَلْنَا أَصْحَابَ النَّارِ إِلَّا مَلَائِكَةً ۙ وَمَا جَعَلْنَا عِدَّتَهُمْ إِلَّا فِتْنَةً لِّلَّذِينَ كَفَرُوا لِيَسْتَيْقِنَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ وَيَزْدَادَ الَّذِينَ آمَنُوا إِيمَانًا ۙ وَلَا يَرْتَابَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ وَالْمُؤْمِنُونَ ۙ وَلِيَقُولَ الَّذِينَ فِي قُلُوبِهِم مَّرَضٌ وَالْكَافِرُونَ مَاذَا أَرَادَ اللَّهُ بِهَٰذَا مَثَلًا ۚ كَذَٰلِكَ يُضِلُّ اللَّهُ مَن يَشَاءُ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ ۚ وَمَا يَعْلَمُ جُنُودَ رَبِّكَ إِلَّا هُوَ ۚ وَمَا هِيَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْبَشَرِ
Eegdota Ibiddaas malaykota malee kan biraa hin gooneLakkoofsa isaaniis isaan kafaraniif qormaata, warri kitaaba kennaman akka mirkaneeffatan, warri amanan iimaana akka dabalatanuuf, warri kitaaba kennamaniifi muuminoonnis akka hin shakkinee,fi akka warri onnee isaanii keessa dhukkubni jiruufi kaafiroonni ‘Rabbiin (lakkoofsa) kanaan fakkeenya maalii fedhe’ jedhaniif malee kana hin gooneAkka kanatti Rabbiin nama fedhe jallisee nama fedhe immoo qajeelcha(Baayina) waraana Gooftaa keetiis Isa malee homtuu hin beekuIsheenis namaaf gorsa malee waan biraatii miti
32كَلَّا وَالْقَمَرِ
Haa dhorgamu! Jiattin kakadha
33وَاللَّيْلِ إِذْ أَدْبَرَ
Halkaniinis; yeroo inni deeme
34وَالصُّبْحِ إِذَا أَسْفَرَ
Bariidhaanis yeroo inni ife
35إِنَّهَا لَإِحْدَى الْكُبَرِ
Dhugumatti, isheen (saqar) tokkoo (rakkoolee) gurgurddooti
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 33

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Halkaniinis; yeroo inni deeme

Suuratu Aayah 33/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers