Al-Muddaththir · 36/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
نَذِيرًا لِّلْبَشَرِ ۝٣٦
Nazeeral lilbashar
📖 Afaan Oromoon
Namaaf akeekkachiiftuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu Al-Muddaththir

34وَالصُّبْحِ إِذَا أَسْفَرَ
Bariidhaanis yeroo inni ife
35إِنَّهَا لَإِحْدَى الْكُبَرِ
Dhugumatti, isheen (saqar) tokkoo (rakkoolee) gurgurddooti
36نَذِيرًا لِّلْبَشَرِ
Namaaf akeekkachiiftuudha
37لِمَن شَاءَ مِنكُمْ أَن يَتَقَدَّمَ أَوْ يَتَأَخَّرَ
Nama isin irraa (hojii gaariidhaan) fuulduratti deemuu, yookiin duubatti hafuu fedheef (akeekkachiistuu dha)
38كُلُّ نَفْسٍ بِمَا كَسَبَتْ رَهِينَةٌ
Lubbuun hundi waan hojjatteen qabamtuudha
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 36

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namaaf akeekkachiiftuudha

Suuratu Aayah 36/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers