Al-Muddaththir · 42/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
مَا سَلَكَكُمْ فِي سَقَرَ ۝٤٢
Maa salakakum fee saqar
📖 Afaan Oromoon
Maaltu Saqariin keessa isin seensise?" (isaanin jedhu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 40-44 — Suuratu Al-Muddaththir

40فِي جَنَّاتٍ يَتَسَاءَلُونَ
(Isaan) jannata keessatti wal gaggaafatu
41عَنِ الْمُجْرِمِينَ
Yakkamtoota irraa (wal gaafatu)
42مَا سَلَكَكُمْ فِي سَقَرَ
Maaltu Saqariin keessa isin seensise?" (isaanin jedhu)
43قَالُوا لَمْ نَكُ مِنَ الْمُصَلِّينَ
Ni jedhan: "nuti warra salaatan irraa hin turre
44وَلَمْ نَكُ نُطْعِمُ الْمِسْكِينَ
Hiyyeeyyii kan nyaachifnus hin turre
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 42

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Maaltu Saqariin keessa isin seensise?" (isaanin jedhu)

Suuratu Aayah 42/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers