Al-Muddaththir · 48/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Muddaththir
فَمَا تَنفَعُهُمْ شَفَاعَةُ الشَّافِعِينَ ۝٤٨
Famaa tanfa`uhum shafaa`atush shaafi`een
📖 Afaan Oromoon
Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 46-50 — Al-Muddaththir

46وَكُنَّا نُكَذِّبُ بِيَوْمِ الدِّينِ
Guyyaa mindaas kan sobsiifnu turre
47حَتَّىٰ أَتَانَا الْيَقِينُ
Hanga (duuti) mirkanaayaan nutti dhufutti (haala kana irra turre)" (jedhu)
48فَمَا تَنفَعُهُمْ شَفَاعَةُ الشَّافِعِينَ
Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu
49فَمَا لَهُمْ عَنِ التَّذْكِرَةِ مُعْرِضِينَ
Maaltu isaaniif jiraayi gorsa (Quraanaa) irraa gara galoo tau
50كَأَنَّهُمْ حُمُرٌ مُّسْتَنفِرَةٌ
(Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 48

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu

Suuratu Aayah 48/56 — Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Muddaththir Caqasi, Al-Muddaththir Hiikkaa, Al-Muddaththir mp3, Al-Muddaththir pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers