Al-Muddaththir · 50/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
كَأَنَّهُمْ حُمُرٌ مُّسْتَنفِرَةٌ ۝٥٠
Ka annahum humurum mustanfirah
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 48-52 — Suuratu Al-Muddaththir

48فَمَا تَنفَعُهُمْ شَفَاعَةُ الشَّافِعِينَ
Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu
49فَمَا لَهُمْ عَنِ التَّذْكِرَةِ مُعْرِضِينَ
Maaltu isaaniif jiraayi gorsa (Quraanaa) irraa gara galoo tau
50كَأَنَّهُمْ حُمُرٌ مُّسْتَنفِرَةٌ
(Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu
51فَرَّتْ مِن قَسْوَرَةٍ
Leenca irraa kan baqatan
52بَلْ يُرِيدُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُؤْتَىٰ صُحُفًا مُّنَشَّرَةً
Inumaa namni isaan irraa tae hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 50

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii)…

Suuratu Aayah 50/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers