Al-Muddaththir · 43/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
قَالُوا لَمْ نَكُ مِنَ الْمُصَلِّينَ ۝٤٣
Qaaloo lam naku minal musalleen
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhan: "nuti warra salaatan irraa hin turre

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 41-45 — Suuratu Al-Muddaththir

41عَنِ الْمُجْرِمِينَ
Yakkamtoota irraa (wal gaafatu)
42مَا سَلَكَكُمْ فِي سَقَرَ
Maaltu Saqariin keessa isin seensise?" (isaanin jedhu)
43قَالُوا لَمْ نَكُ مِنَ الْمُصَلِّينَ
Ni jedhan: "nuti warra salaatan irraa hin turre
44وَلَمْ نَكُ نُطْعِمُ الْمِسْكِينَ
Hiyyeeyyii kan nyaachifnus hin turre
45وَكُنَّا نَخُوضُ مَعَ الْخَائِضِينَ
Warra (hamtuu) keessa seenuu wajjin seenaa turre
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 43

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhan: "nuti warra salaatan irraa hin turre

Suuratu Aayah 43/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers