Al-Muddaththir · 52/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
بَلْ يُرِيدُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُؤْتَىٰ صُحُفًا مُّنَشَّرَةً ۝٥٢
Bal yureedu kullum ri`im minhum any yu`taa suhufam munashsharah
📖 Afaan Oromoon
Inumaa namni isaan irraa tae hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 50-54 — Suuratu Al-Muddaththir

50كَأَنَّهُمْ حُمُرٌ مُّسْتَنفِرَةٌ
(Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu
51فَرَّتْ مِن قَسْوَرَةٍ
Leenca irraa kan baqatan
52بَلْ يُرِيدُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُؤْتَىٰ صُحُفًا مُّنَشَّرَةً
Inumaa namni isaan irraa tae hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha
53كَلَّا ۖ بَل لَّا يَخَافُونَ الْآخِرَةَ
Dhugumatti, (hin kennamanu) isaan Aakhirumaayyuu hin sodaatanu
54كَلَّا إِنَّهُ تَذْكِرَةٌ
Dhugumatti, inni (Quraanni) gorsa
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 52

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inumaa namni isaan irraa tae hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha

Suuratu Aayah 52/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers