Al-Muddaththir · 46/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
وَكُنَّا نُكَذِّبُ بِيَوْمِ الدِّينِ ۝٤٦
Wa kunnaa nukazzibu bi yawmid Deen
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa mindaas kan sobsiifnu turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu Al-Muddaththir

44وَلَمْ نَكُ نُطْعِمُ الْمِسْكِينَ
Hiyyeeyyii kan nyaachifnus hin turre
45وَكُنَّا نَخُوضُ مَعَ الْخَائِضِينَ
Warra (hamtuu) keessa seenuu wajjin seenaa turre
46وَكُنَّا نُكَذِّبُ بِيَوْمِ الدِّينِ
Guyyaa mindaas kan sobsiifnu turre
47حَتَّىٰ أَتَانَا الْيَقِينُ
Hanga (duuti) mirkanaayaan nutti dhufutti (haala kana irra turre)" (jedhu)
48فَمَا تَنفَعُهُمْ شَفَاعَةُ الشَّافِعِينَ
Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 46

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa mindaas kan sobsiifnu turre

Suuratu Aayah 46/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers