Al-Muddaththir · 30/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Muddaththir
عَلَيْهَا تِسْعَةَ عَشَرَ ۝٣٠
Alaihaa tis`ata `ashar
📖 Afaan Oromoon
Ishee irra (waardiyyaa) kudha sagaltu jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 28-32 — Al-Muddaththir

28لَا تُبْقِي وَلَا تَذَرُ
(Foon) hin hambiftu (lafees) hin dhiiftu
29لَوَّاحَةٌ لِّلْبَشَرِ
Gogaas gubduudha
30عَلَيْهَا تِسْعَةَ عَشَرَ
Ishee irra (waardiyyaa) kudha sagaltu jira
31وَمَا جَعَلْنَا أَصْحَابَ النَّارِ إِلَّا مَلَائِكَةً ۙ وَمَا جَعَلْنَا عِدَّتَهُمْ إِلَّا فِتْنَةً لِّلَّذِينَ كَفَرُوا لِيَسْتَيْقِنَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ وَيَزْدَادَ الَّذِينَ آمَنُوا إِيمَانًا ۙ وَلَا يَرْتَابَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ وَالْمُؤْمِنُونَ ۙ وَلِيَقُولَ الَّذِينَ فِي قُلُوبِهِم مَّرَضٌ وَالْكَافِرُونَ مَاذَا أَرَادَ اللَّهُ بِهَٰذَا مَثَلًا ۚ كَذَٰلِكَ يُضِلُّ اللَّهُ مَن يَشَاءُ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ ۚ وَمَا يَعْلَمُ جُنُودَ رَبِّكَ إِلَّا هُوَ ۚ وَمَا هِيَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْبَشَرِ
Eegdota Ibiddaas malaykota malee kan biraa hin gooneLakkoofsa isaaniis isaan kafaraniif qormaata, warri kitaaba kennaman akka mirkaneeffatan, warri amanan iimaana akka dabalatanuuf, warri kitaaba kennamaniifi muuminoonnis akka hin shakkinee,fi akka warri onnee isaanii keessa dhukkubni jiruufi kaafiroonni ‘Rabbiin (lakkoofsa) kanaan fakkeenya maalii fedhe’ jedhaniif malee kana hin gooneAkka kanatti Rabbiin nama fedhe jallisee nama fedhe immoo qajeelcha(Baayina) waraana Gooftaa keetiis Isa malee homtuu hin beekuIsheenis namaaf gorsa malee waan biraatii miti
32كَلَّا وَالْقَمَرِ
Haa dhorgamu! Jiattin kakadha
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 30

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee irra (waardiyyaa) kudha sagaltu jira

Suuratu Aayah 30/56 — Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Muddaththir Caqasi, Al-Muddaththir Hiikkaa, Al-Muddaththir mp3, Al-Muddaththir pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers