Al-Muddaththir · 37/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
لِمَن شَاءَ مِنكُمْ أَن يَتَقَدَّمَ أَوْ يَتَأَخَّرَ ۝٣٧
Liman shaaa`a minkum any yataqaddama aw yata akhkhar
📖 Afaan Oromoon
Nama isin irraa (hojii gaariidhaan) fuulduratti deemuu, yookiin duubatti hafuu fedheef (akeekkachiistuu dha)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Al-Muddaththir

35إِنَّهَا لَإِحْدَى الْكُبَرِ
Dhugumatti, isheen (saqar) tokkoo (rakkoolee) gurgurddooti
36نَذِيرًا لِّلْبَشَرِ
Namaaf akeekkachiiftuudha
37لِمَن شَاءَ مِنكُمْ أَن يَتَقَدَّمَ أَوْ يَتَأَخَّرَ
Nama isin irraa (hojii gaariidhaan) fuulduratti deemuu, yookiin duubatti hafuu fedheef (akeekkachiistuu dha)
38كُلُّ نَفْسٍ بِمَا كَسَبَتْ رَهِينَةٌ
Lubbuun hundi waan hojjatteen qabamtuudha
39إِلَّا أَصْحَابَ الْيَمِينِ
Warra mirgaa malee
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 37

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama isin irraa (hojii gaariidhaan) fuulduratti deemuu, yookiin duubatti hafuu…

Suuratu Aayah 37/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers