Al-Muddaththir · 44/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
وَلَمْ نَكُ نُطْعِمُ الْمِسْكِينَ ۝٤٤
Wa lam naku nut`imul miskeen
📖 Afaan Oromoon
Hiyyeeyyii kan nyaachifnus hin turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 42-46 — Suuratu Al-Muddaththir

42مَا سَلَكَكُمْ فِي سَقَرَ
Maaltu Saqariin keessa isin seensise?" (isaanin jedhu)
43قَالُوا لَمْ نَكُ مِنَ الْمُصَلِّينَ
Ni jedhan: "nuti warra salaatan irraa hin turre
44وَلَمْ نَكُ نُطْعِمُ الْمِسْكِينَ
Hiyyeeyyii kan nyaachifnus hin turre
45وَكُنَّا نَخُوضُ مَعَ الْخَائِضِينَ
Warra (hamtuu) keessa seenuu wajjin seenaa turre
46وَكُنَّا نُكَذِّبُ بِيَوْمِ الدِّينِ
Guyyaa mindaas kan sobsiifnu turre
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 44

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hiyyeeyyii kan nyaachifnus hin turre

Suuratu Aayah 44/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers