Al-Muddaththir · 9/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Muddaththir
فَذَٰلِكَ يَوْمَئِذٍ يَوْمٌ عَسِيرٌ ۝٩
Fazaalika yawma `iziny yawmun `aseer
📖 Afaan Oromoon
Sun, guyyaan gaafasii guyyaa rakkisaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 7-11 — Al-Muddaththir

7وَلِرَبِّكَ فَاصْبِرْ
Gooftaa keetiif obsi
8فَإِذَا نُقِرَ فِي النَّاقُورِ
Yeroo xurumbaa keessa afuufame
9فَذَٰلِكَ يَوْمَئِذٍ يَوْمٌ عَسِيرٌ
Sun, guyyaan gaafasii guyyaa rakkisaadha
10عَلَى الْكَافِرِينَ غَيْرُ يَسِيرٍ
Kaafiroota irratti (guyyaa) laafaa miti
11ذَرْنِي وَمَنْ خَلَقْتُ وَحِيدًا
Nama ani kophaa isa uumee wajjin (walitti) Na dhiisi
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 9

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sun, guyyaan gaafasii guyyaa rakkisaadha

Suuratu Aayah 9/56 — Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Muddaththir Caqasi, Al-Muddaththir Hiikkaa, Al-Muddaththir mp3, Al-Muddaththir pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers